-
1 Saamuʼel 18:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Tajaajiltoonni Saaʼol yommuu wanta kana Daawititti himan, Daawit, “Ani hiyyeessaa fi nama bakka guddaa hin qabne taʼee utuun jiruu, gaaʼelaan mootichatti firoomuun wanta akka laayyootti ilaalamu isinitti fakkaataa?” isaaniin jedhe.+
-