-
1 Saamuʼel 18:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Yeroo kanatti Daawit Saaʼoliin, “Soddaa mootichaa akkan taʼuuf, Israaʼel keessatti ani eenyu? Maatiin abbaa kootii hoo eenyu?” jedhe.+
-