-
2 Saamuʼel 7:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Yeroo kanatti Daawit Mootichi ol seenee Yihowaa dura taaʼee akkana jedhe: “Yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, ani eenyu? Wanta kana hundumaa kan naaf goote, manni koo maali dha?+
-