LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 11:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Yeroo of tuulummaan dhufu salphinnis ni dhufa,+

      Ogummaan garuu warra humna isaanii beekan biratti argama.+

  • Daaniʼel 4:30-32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Mootichi, “Kun Baabilon Guddittii ishii mana mootummaa akka taatuuf, akkasumas guddina ulfina kootiif jedhee, anumti humna koo fi jabina kootiin ijaare sana mitii?” jedhe.

      31 Mootichi utuma kana dubbachaa jiruu sagaleen akkana jedhu tokko samii irraa ni dhufe: “Yaa Nebukadnezaar Mootii, ergaan kun siif ergame: ‘Mootummaan kee si irraa fudhatameera;+ 32 ati ilmaan namootaa gidduudhaa ni ariʼamta. Bineensota bosonaa wajjin ni jiraatta; akkuma qotiyyootti akka nyaattuuf margi siif ni kennama; Inni Hundaa Olii mootummaa ilmaan namootaa irratti Bulchaa taʼuu isaa fi nama barbaade kamiif iyyuu akka isa kennu hamma beektutti barri torba si irratti ni darba.’”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi