LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 4:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Ati namoota gidduudhaa ni ariʼamta; bineensota bosonaa wajjinis ni jiraatta; akkuma qotiyyootti akka nyaattuuf margi siif ni kennama; fixeensi samii si jiisa;+ Inni Hundaa Olii mootummaa ilmaan namootaa irratti Bulchaa taʼuu isaa fi nama barbaade kamiif iyyuu akka isa kennu hamma beektutti+ barri torba+ si irratti ni darba.+

  • Hojii Ergamootaa 12:22, 23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Namoonni walitti qabaman sunis, “Kun sagalee waaqaa ti malee, sagalee namaa miti!” jedhanii iyyuu jalqaban. 23 Heroodis Waaqayyoof ulfina waan hin kennineef yeruma sana maleekaan Yihowaa* isa rukute; innis raammoodhaan nyaatamee duʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi