LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 21:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Isaan qara goraadeetiin ni ajjeefamu; boojiʼamaniis gara saboota hundumaatti ni geeffamu;+ hanga barri sabootaaf* murteeffame raawwatamutti Yerusaalem sabootaan* ni dhidhiitamti.+

  • Mulʼata 12:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Dubartittiinis gara lafa onaatti, jechuunis bakka Waaqayyo iddoo ishiidhaaf itti qopheessee fi guyyaa 1,260+ itti ishii sooranitti baqatte.

  • Mulʼata 12:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Haa taʼu malee, dubartittiin fuula bofichaa+ duraa fagaattee iddoo lafa onaa keessatti ishiidhaaf qophaaʼee fi bakka baraaf, barootaa fi walakkaa baraatiif*+ itti sooramtu sanatti akka barristuuf qoochoon risaa+ guddaa lama ishiidhaaf kenname.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi