Uumama 3:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Bofti+ bineensota bosonaa Yihowaan uume hundumaa caalaa of eeggataa* ture. Kanaafuu bofichi dubartittiidhaan, “Waaqayyo dhuguma muka iddoo biqiltuu keessa jiru hundumaa irraa hin nyaatinaa isiniin jedheeraa?” jedhe.+ 2 Qorontos 11:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Haa taʼu malee, akkuma bofichi haxxummaa isaatiin Hewaaniin gowwoomse,+ sammuun keessan karaa taʼe tokkoon mancaʼee amanamummaa fi qulqullummaa Kiristoosiif taʼu irraa ni garagala jedheen sodaadha.+
3 Bofti+ bineensota bosonaa Yihowaan uume hundumaa caalaa of eeggataa* ture. Kanaafuu bofichi dubartittiidhaan, “Waaqayyo dhuguma muka iddoo biqiltuu keessa jiru hundumaa irraa hin nyaatinaa isiniin jedheeraa?” jedhe.+
3 Haa taʼu malee, akkuma bofichi haxxummaa isaatiin Hewaaniin gowwoomse,+ sammuun keessan karaa taʼe tokkoon mancaʼee amanamummaa fi qulqullummaa Kiristoosiif taʼu irraa ni garagala jedheen sodaadha.+