LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 5:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Belshaazaar daadhii wayinii dhugee yeroo itti hoʼu, mootichi, guguddoonni isaa, saajjatoonni* isaa fi haadhotiin manaa isaa warri kaan akka ittiin dhuganiif, miʼawwan warqii fi meetii warra abbaan isaa Nebukadnezaar mana qulqullummaa Yerusaalemitti argamu keessaa fudhate akka fidan ajaje.+ 3 Isaanis miʼawwan warqii mana qulqullummaa Waaqayyoo Yerusaalemitti argamu keessaa fudhataman sana ni fidan; mootichi, guguddoonni isaa, saajjatoonni isaa fi haadhotiin manaa isaa warri kaan daadhii wayinii ittiin dhugan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi