Uumama 28:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Ani sii wajjinan jira; bakka dhaqxu hundumaattis sin eega; gara biyya kanaattis sin deebisa.+ Waadaan siif gale hamman raawwadhutti si hin dhiisu.”+ Faarfannaa 100:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Sababiin isaas, Yihowaan gaarii dha;+Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf,Amanamummaan isaas dhaloota hundumaa keessatti jabaatee dhaabbata.+
15 Ani sii wajjinan jira; bakka dhaqxu hundumaattis sin eega; gara biyya kanaattis sin deebisa.+ Waadaan siif gale hamman raawwadhutti si hin dhiisu.”+
5 Sababiin isaas, Yihowaan gaarii dha;+Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf,Amanamummaan isaas dhaloota hundumaa keessatti jabaatee dhaabbata.+