Faarfannaa 86:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yaa Yihowaa, ati gaarii dha,+ dhiifama gochuufis qophaaʼaa dha;+Warra si waammatan hundumaatti jaalala amanamaa hedduu ni argisiista.+ Luqaas 18:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yesuusis akkana isaan jedhe: “Maaliif gaarii jettee na waamta? Waaqa tokkicha malee gaariin hin jiru.+
5 Yaa Yihowaa, ati gaarii dha,+ dhiifama gochuufis qophaaʼaa dha;+Warra si waammatan hundumaatti jaalala amanamaa hedduu ni argisiista.+
19 Yesuusis akkana isaan jedhe: “Maaliif gaarii jettee na waamta? Waaqa tokkicha malee gaariin hin jiru.+