Faarfannaa 25:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yihowaan gaarii fi qajeelaa dha.+ Cubbamoonni daandii jireenyaa irra akka deeman kan barsiisu kanaafi.+ Faarfannaa 145:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yihowaan uumamawwan hundumaatiif gaarii dha,+Gara laafinni isaas hojiiwwan isaa hundumaa irratti mulʼata. Luqaas 18:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yesuusis akkana isaan jedhe: “Maaliif gaarii jettee na waamta? Waaqa tokkicha malee gaariin hin jiru.+
8 Yihowaan gaarii fi qajeelaa dha.+ Cubbamoonni daandii jireenyaa irra akka deeman kan barsiisu kanaafi.+
9 Yihowaan uumamawwan hundumaatiif gaarii dha,+Gara laafinni isaas hojiiwwan isaa hundumaa irratti mulʼata.
19 Yesuusis akkana isaan jedhe: “Maaliif gaarii jettee na waamta? Waaqa tokkicha malee gaariin hin jiru.+