LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 119:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  33 Yaa Yihowaa, daandii dambiiwwan keetii na barsiisi,+

      Anis hamma dhumaatti isa nan hordofa.+

  • Isaayyaas 30:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Yihowaan nyaata dhiphinaa fi bishaan cunqursaa kan isiniif kennu yoo taʼe illee,+ Barsiisaan kee Inni Guddichi kana booda si duraa hin dhokatu; atis ijuma keetiin Barsiisaa kee Isa Guddicha+ ni argita.

  • Miikiyaas 4:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Saboonni hedduunis dhaqanii akkana jedhu:

      “Kottaa, gara gaara Yihowaatti,

      Gara mana Waaqa Yaaqoobitti ol haa baanu.+

      Inni waaʼee karaawwan isaa nu barsiisa,

      Nutis daandiiwwan isaa irra ni deemna.”

      Sababiin isaas, seerri* Xiyoon keessaa,

      Dubbiin Yihowaas Yerusaalem keessaa ni baʼa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi