Isaayyaas 48:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yihowaan inni si furu, Inni Qulqulluun kan Israaʼel akkana jedha:+ “Ani Waaqa kee YihowaaIsa wanta si fayyadu* si barsiisu,+Karaa irra deemuu qabdu irras si geggeessu dha.+ Yohaannis 6:45 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 45 Kitaaba Raajotaa keessatti, ‘Hundi isaanii Yihowaa* irraa kan baratan ni taʼu’+ kan jedhu barreeffameera. Namni Abbaa dhagaʼee fi kan isa irraa barate hundi gara koo ni dhufa. Yaaqoob 1:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Kanaafuu, isin keessaa namni kam iyyuu ogummaan yoo isatti hirʼate, Waaqa kadhachuu isaa itti haa fufu;+ sababiin isaas, inni utuu hin ceephaʼin* nama hundumaatiif arjummaadhaan ni kenna,+ isaafis ni kennama.+
17 Yihowaan inni si furu, Inni Qulqulluun kan Israaʼel akkana jedha:+ “Ani Waaqa kee YihowaaIsa wanta si fayyadu* si barsiisu,+Karaa irra deemuu qabdu irras si geggeessu dha.+
45 Kitaaba Raajotaa keessatti, ‘Hundi isaanii Yihowaa* irraa kan baratan ni taʼu’+ kan jedhu barreeffameera. Namni Abbaa dhagaʼee fi kan isa irraa barate hundi gara koo ni dhufa.
5 Kanaafuu, isin keessaa namni kam iyyuu ogummaan yoo isatti hirʼate, Waaqa kadhachuu isaa itti haa fufu;+ sababiin isaas, inni utuu hin ceephaʼin* nama hundumaatiif arjummaadhaan ni kenna,+ isaafis ni kennama.+