Isaayyaas 43:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Yihowaan inni isin furu,+ Inni Qulqulluun kan Israaʼel+ akkana jedha: “Ani isiniif jedhee raayyaa waraanaa tokko gara Baabilonitti nan erga, danqaraawwan karra hundumaas nan diiga,+Kaladoonnis dooniiwwan isaanii keessatti dhiphinaan ni iyyu.+ Isaayyaas 44:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yihowaan Mootiin Israaʼel,+ inni isa furu,+Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Ani isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.+ Ana malee Waaqni kan biraan hin jiru.+ Isaayyaas 54:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 “Sababiin isaas, Uumaan kee inni Guddichi+ siif akka abbaa manaa* ti,+Maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti,Inni si furus+ Isa Qulqulluu kan Israaʼeli. Inni Waaqa guutummaa lafaa jedhamee ni waamama.+
14 Yihowaan inni isin furu,+ Inni Qulqulluun kan Israaʼel+ akkana jedha: “Ani isiniif jedhee raayyaa waraanaa tokko gara Baabilonitti nan erga, danqaraawwan karra hundumaas nan diiga,+Kaladoonnis dooniiwwan isaanii keessatti dhiphinaan ni iyyu.+
6 Yihowaan Mootiin Israaʼel,+ inni isa furu,+Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Ani isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.+ Ana malee Waaqni kan biraan hin jiru.+
5 “Sababiin isaas, Uumaan kee inni Guddichi+ siif akka abbaa manaa* ti,+Maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti,Inni si furus+ Isa Qulqulluu kan Israaʼeli. Inni Waaqa guutummaa lafaa jedhamee ni waamama.+