LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 32:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 “Ani hubannaa siifan kenna, karaa irra deemuu qabdu ilaalchisees qajeelfama siifan kenna.+

      Ija koo si irra kaaʼee sin gorsa.+

  • Isaayyaas 30:20, 21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Yihowaan nyaata dhiphinaa fi bishaan cunqursaa kan isiniif kennu yoo taʼe illee,+ Barsiisaan kee Inni Guddichi kana booda si duraa hin dhokatu; atis ijuma keetiin Barsiisaa kee Isa Guddicha+ ni argita. 21 Ati gara mirgaatti yookiin gara bitaatti yoo gorte,+ duuba keetiin gurri kee sagalee, “Karichi isa kana.+ Isa irra deemaa” jedhu ni dhagaʼa.

  • Isaayyaas 49:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Isaan hin beelaʼan, hin dheebotan,+

      Hoʼi waxalu yookiin aduun isaan hin miidhu.+

      Inni garaa isaaniif laafu isaan ni qajeelcha,+

      Burqaawwan bishaanii qarqaras isaan ni geggeessa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi