LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 2:3-6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Kana malees, beekumsa gad fagoo yoo waammatte,+

      Hubannaa+ argachuufis sagalee kee yoo ol kaaste,

       4 Akkuma meetiitti ishii barbaaduu kee yoo itti fufte,+

      Akkuma qabeenya guddaa dhokfamee jiruttis ishii barbaaddachuu kee yoo itti fufte,+

       5 Yeroo sanatti, Yihowaa sodaachuu ni hubatta,+

      Beekumsa Waaqayyoos ni argatta.+

       6 Sababiin isaas, Yihowaan ogummaa ni kenna;+

      Beekumsii fi hubannaanis afaan isaa keessaa ni baʼu.

  • Yohaannis 15:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Anaa wajjin tokkummaadhaan yoo jiraattanii fi dubbiin koos isin keessa yoo jiraate, wanta barbaaddan kadhadhaa, innis isiniif ni raawwatama.+

  • 1 Yohaannis 5:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Amanannaan* nuti isa irratti qabnu+ kana dha, wanti kadhannu maal iyyuu yoo taʼe, akka fedhii isaatti yoo kadhanne inni nu dhagaʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi