Iyyoob 28:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Namaanis akkana jedhe: ‘Kunoo, Yihowaa sodaachuun ogummaa dha,+Wanta hamaa irraa deebiʼuunis hubannaa dha.’”+ Fakkeenya 8:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yihowaa sodaachuun, wanta hamaa jibbuu dha.+ Of tuulummaa, boonuu,+ daandii hamaa fi dubbii jalʼaa nan jibba.+ Ermiyaas 32:40 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 40 Anis wanta gaarii isaaniif gochuu akkan hin dhiisne+ kakuu bara baraa isaanii wajjin nan gala;+ akka isaan ana irraa hin garagalleefis garaa isaanii keessa na sodaachuun akka jiraatu nan godha.+
28 Namaanis akkana jedhe: ‘Kunoo, Yihowaa sodaachuun ogummaa dha,+Wanta hamaa irraa deebiʼuunis hubannaa dha.’”+
13 Yihowaa sodaachuun, wanta hamaa jibbuu dha.+ Of tuulummaa, boonuu,+ daandii hamaa fi dubbii jalʼaa nan jibba.+
40 Anis wanta gaarii isaaniif gochuu akkan hin dhiisne+ kakuu bara baraa isaanii wajjin nan gala;+ akka isaan ana irraa hin garagalleefis garaa isaanii keessa na sodaachuun akka jiraatu nan godha.+