Hisqiʼel 36:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Garaa haaraa isiniif nan kenna;+ hafuura haaraas isin keessa nan kaaʼa.+ Garaa dhagaa+ taʼe qaama keessan keessaa baasee garaa foon taʼe* isiniif nan kenna.
26 Garaa haaraa isiniif nan kenna;+ hafuura haaraas isin keessa nan kaaʼa.+ Garaa dhagaa+ taʼe qaama keessan keessaa baasee garaa foon taʼe* isiniif nan kenna.