-
Hisqiʼel 11:19, 20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Anis garaa tokko isaaniif nan kenna;+ hafuura haaraa isaan keessa nan kaaʼa;+ garaa dhagaa taʼe qaama isaanii keessaa baasee+ garaa foon taʼe* isaaniif nan kenna;+ 20 kanas kanan godhu, isaan akka dambiiwwan kootti akka deddeebiʼaniif, murtiiwwan koo akka eeganii fi isaaniif akka ajajamaniifi. Sana booda isaan saba koo ni taʼu, anis Waaqa isaanii nan taʼa.”’
-