Ibroota 4:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Kanaafuu, yeroo gargaarsi nu barbaachisutti gara laafinaa fi gaarummaa guddaa akka argannuuf, bilisummaadhaan+ gara teessoo gaarummaa Waaqayyoo isa guddaatti haa dhihaannu. 1 Yohaannis 3:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Yaa obboloota jaallatamo, garaan keenya nutti hin murteessu yoo taʼe, Waaqayyo duratti bilisummaa dubbachuu ni qabaanna;+
16 Kanaafuu, yeroo gargaarsi nu barbaachisutti gara laafinaa fi gaarummaa guddaa akka argannuuf, bilisummaadhaan+ gara teessoo gaarummaa Waaqayyoo isa guddaatti haa dhihaannu.
21 Yaa obboloota jaallatamo, garaan keenya nutti hin murteessu yoo taʼe, Waaqayyo duratti bilisummaa dubbachuu ni qabaanna;+