Ibroota 4:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Kanaafuu, yeroo gargaarsi nu barbaachisutti gara laafinaa fi gaarummaa guddaa akka argannuuf, bilisummaadhaan+ gara teessoo gaarummaa Waaqayyoo isa guddaatti haa dhihaannu. 1 Yohaannis 5:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Amanannaan* nuti isa irratti qabnu+ kana dha, wanti kadhannu maal iyyuu yoo taʼe, akka fedhii isaatti yoo kadhanne inni nu dhagaʼa.+
16 Kanaafuu, yeroo gargaarsi nu barbaachisutti gara laafinaa fi gaarummaa guddaa akka argannuuf, bilisummaadhaan+ gara teessoo gaarummaa Waaqayyoo isa guddaatti haa dhihaannu.
14 Amanannaan* nuti isa irratti qabnu+ kana dha, wanti kadhannu maal iyyuu yoo taʼe, akka fedhii isaatti yoo kadhanne inni nu dhagaʼa.+