LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 3:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Achiis Waaqayyo akkana isaan jedhe: “Ati kana waan gaafattee fi ofii keetiif umurii dheeraa* yookiin sooruma yookiin duʼa* diinota keetii waan hin gaafanneef, kanaa mannaa, dhimma murtii irratti hubannaa murtii sirrii dabarsuuf* si barbaachisu waan gaafatteef,+ 12 wanta ati gaafatte siifan godha.+ Ani garaa ogeessaa fi hubataa si dura namni kam iyyuu hin qabnee fi si boodas eenyu iyyuu hin arganne+ siifan kenna.+

  • Fakkeenya 9:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yihowaa sodaachuun, jalqaba ogummaa ti,+

      Isa Hundumaa Caalaa Qulqulluu taʼe sana beekuunis+ hubannaa dha.

  • 2 Ximotewos 2:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Wantan dubbadhuuf yeroo hundumaa xiyyeeffannaa kenni; Gooftaan wantoota hundumaa irratti hubannaa siif kenna.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi