- 
	                        
            
            Fakkeenya 2:3-5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
3 Kana malees, beekumsa gad fagoo yoo waammatte,+
Hubannaa+ argachuufis sagalee kee yoo ol kaaste,
4 Akkuma meetiitti ishii barbaaduu kee yoo itti fufte,+
Akkuma qabeenya guddaa dhokfamee jiruttis ishii barbaaddachuu kee yoo itti fufte,+
5 Yeroo sanatti, Yihowaa sodaachuu ni hubatta,+
Beekumsa Waaqayyoos ni argatta.+
 
 -