1 Mootota 10:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Kanaafuu, Solomoon Mootichi badhaadhinaa+ fi ogummaa+ isaatiin mootota lafa irra jiran kaan hundumaa irra ni caala ture. 2 Seenaa Baraa 1:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Ammas saba kana akkan geggeessuuf* ogummaa fi beekumsa naaf kenni;+ taʼuu baannaan saba kee isa guddaa taʼe kanaaf eenyutu murtii kennuu dandaʼa?”+ Fakkeenya 2:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Sababiin isaas, Yihowaan ogummaa ni kenna;+Beekumsii fi hubannaanis afaan isaa keessaa ni baʼu.
23 Kanaafuu, Solomoon Mootichi badhaadhinaa+ fi ogummaa+ isaatiin mootota lafa irra jiran kaan hundumaa irra ni caala ture.
10 Ammas saba kana akkan geggeessuuf* ogummaa fi beekumsa naaf kenni;+ taʼuu baannaan saba kee isa guddaa taʼe kanaaf eenyutu murtii kennuu dandaʼa?”+