Lallaba 1:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Anis garaa kootti, “Kunoo, namoota na dura Yerusaalem keessa turan hundumaa caalaa ogummaa guddaa nan argadhe;+ garaan koos ogummaa fi beekumsa hedduu ni argate”+ jedheen yaade. 1 Yohaannis 5:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Amanannaan* nuti isa irratti qabnu+ kana dha, wanti kadhannu maal iyyuu yoo taʼe, akka fedhii isaatti yoo kadhanne inni nu dhagaʼa.+
16 Anis garaa kootti, “Kunoo, namoota na dura Yerusaalem keessa turan hundumaa caalaa ogummaa guddaa nan argadhe;+ garaan koos ogummaa fi beekumsa hedduu ni argate”+ jedheen yaade.
14 Amanannaan* nuti isa irratti qabnu+ kana dha, wanti kadhannu maal iyyuu yoo taʼe, akka fedhii isaatti yoo kadhanne inni nu dhagaʼa.+