LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 22:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Inni Israaʼel irratti yommuu si muudu, seera Waaqa kee Yihowaa akka eegduuf,+ Yihowaan dandeettii waa madaaluu fi hubannaa siif haa kennu.+

  • 1 Seenaa Baraa 29:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Inni ajajawwan kee, yaadachiisawwan kee fi dambiiwwan kee akka eeguuf,+ wantoota kana hunda akka raawwatuuf, akkasumas mana qulqullummaa* ani qophii godheef kana akka ijaaruuf,+ ilma koo Solomooniif garaa guutuu taʼe* kenni.”+

  • 2 Seenaa Baraa 1:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Achiis Waaqayyo Solomooniin akkana jedhe: “Hawwiin garaa keetii kana waan taʼeef, akkasumas ati qabeenya, sooruma, ulfina yookiin duʼa* namoota si jibbanii yookiin umurii dheeraa* gaafachuu mannaa ogummaa fi beekumsa saba ani mootii irratti si godheef murtii dabarsuuf si barbaachisu waan gaafatteef,+ 12 ogummaanii fi beekumsi siif ni kennama; haa taʼu malee, ani qabeenya, soorumaa fi ulfina si dura mootiin kam iyyuu hin qabnee fi si boodas eenyu iyyuu hin arganne siifan kenna.”+

  • Fakkeenya 16:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Warqii mannaa ogummaa argachuun caalmaa guddaa qaba!+

      Hubannaa argachuunis meetii argachuu irra filatamaa dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi