LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 29:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Yihowaanis guutummaa Israaʼel duratti Solomooniin baayʼee guddaa godhe; ulfina mootii mootiin Israaʼel sana dura ture kam iyyuu argatee hin beeknes isaaf ni kenne.+

  • 2 Seenaa Baraa 9:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Kanaafuu, Solomoon Mootichi badhaadhinaa fi ogummaa isaatiin mootota lafa irra jiran kaan hundumaa irra ni caala ture.+

  • Lallaba 2:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Kanaafuu, guddaa nan taʼe; nama na dura Yerusaalem keessa ture kam irra iyyuu nan caale.+ Ogummaan koos anuma biratti hafe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi