1 Mootota 3:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kana malees, bara jireenyaa keetti* mootiin akka keetii kan biraan akka hin jiraanneef,+ soorumaa fi ulfina+ isa ati na hin gaafanne siifan kenna.+ 1 Mootota 10:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Kanaafuu, Solomoon Mootichi badhaadhinaa+ fi ogummaa+ isaatiin mootota lafa irra jiran kaan hundumaa irra ni caala ture.
13 Kana malees, bara jireenyaa keetti* mootiin akka keetii kan biraan akka hin jiraanneef,+ soorumaa fi ulfina+ isa ati na hin gaafanne siifan kenna.+
23 Kanaafuu, Solomoon Mootichi badhaadhinaa+ fi ogummaa+ isaatiin mootota lafa irra jiran kaan hundumaa irra ni caala ture.