LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 84:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Sababiin isaas, Yihowaan aduu+ fi gaachana+ dha;

      Inni gaarummaa ni argisiisa, ulfinas ni kenna.

      Yihowaan warra amanamummaadhaan deddeebiʼan,

      Wanta gaarii tokko iyyuu hin dhowwatu.+

  • Maatewos 6:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 “Egaa, hundumaa dura Mootummichaa fi qajeelummaa isaa barbaaduu keessan itti fufaa; wantoonni kun hundis isiniif ni dabalamu.+

  • Efesoon 3:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Isa humna isaa isa nu keessatti hojjetuu+ wajjin haala wal simuun, wantoota nuti gaafannu yookiin yaadnu hundumaa irra hedduu caalchisee gochuu dandaʼu+ sanaaf,

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi