-
2 Seenaa Baraa 1:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
1 Solomoon ilmi Daawit yeroo kam iyyuu caalaa mootummaa isaa irratti ni jabaate; Waaqni isaa Yihowaanis isaa wajjin ture; akka malees guddaa isa godhe.+
-
-
2 Seenaa Baraa 1:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 ogummaanii fi beekumsi siif ni kennama; haa taʼu malee, ani qabeenya, soorumaa fi ulfina si dura mootiin kam iyyuu hin qabnee fi si boodas eenyu iyyuu hin arganne siifan kenna.”+
-
-
Lallaba 2:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Kanaafuu, guddaa nan taʼe; nama na dura Yerusaalem keessa ture kam irra iyyuu nan caale.+ Ogummaan koos anuma biratti hafe.
-