-
1 Seenaa Baraa 29:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Yihowaanis guutummaa Israaʼel duratti Solomooniin baayʼee guddaa godhe; ulfina mootii mootiin Israaʼel sana dura ture kam iyyuu argatee hin beeknes isaaf ni kenne.+
-
-
Lallaba 2:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Kanaafuu, guddaa nan taʼe; nama na dura Yerusaalem keessa ture kam irra iyyuu nan caale.+ Ogummaan koos anuma biratti hafe.
-