LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 2:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Achiis Yihowaan Seexanaan, “Kunoo, inni harka kee keessa* jira! Lubbuu isaa garuu akka hin balleessine!” jedhe. 7 Kanaafuu, Seexanni Yihowaa* duraa baʼee deemee faana miila isaatii jalqabee hanga gubbee mataa isaatti dhullaa nama dhukkubsuun* Iyyoobiin ni rukute.+

  • Yaaqoob 5:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Kunoo, warra jabaatanii dhaabbatan gammadoo* akka taʼanitti ilaalla.+ Iyyoob jabaatee akka dhaabbate dhageessaniittu;+ wanta Yihowaan* isaaf godhes argitaniittu;+ Yihowaan* jaalala guddaa kan qabuu fi gara laafessa dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi