LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 8:17, 18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Ati garaa keetti, ‘Humni koo fi jabinni harka kootii badhaadhina kana naaf argamsiiseera’ jettee yoo yaadde,+ 18 akkuma harʼa taʼe kana, inni kakuu abbootii keetiif gale raawwachuuf+ badhaadhina akka qabaattuuf humna kan sii kennu Waaqa kee Yihowaa taʼuu isaa yaadadhu.+

  • Faarfannaa 37:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Warri Waaqayyo eebbise lafa ni dhaalu,

      Warri inni abaare garuu ni badu.+

  • 1 Ximotewos 6:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Dhugaa dubbachuuf, Waaqayyoof kan bulan taʼuun,+ waan qabanitti gammadanii jiraachuu* wajjin buʼaa guddaa argamsiisa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi