Faarfannaa 127:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 127 Yihowaan mana yoo ijaare malee,Ijaartonni jabaatanii hojjechuun isaanii gatii hin qabu.+ Yihowaan magaalaa yoo eege malee,+Eegduun dammaqee eeguun isaa gatii hin qabu. Hoseʼaa 2:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Ishiin midhaan, wayinii haaraa fi zayitii,Akkasumas meetii hedduu fi warqiiWarra isaan waaqeffannaa Baʼaaliif itti fayyadaman+ kan ishiidhaaf kenne ana taʼuu koo hin hubanne.+
127 Yihowaan mana yoo ijaare malee,Ijaartonni jabaatanii hojjechuun isaanii gatii hin qabu.+ Yihowaan magaalaa yoo eege malee,+Eegduun dammaqee eeguun isaa gatii hin qabu.
8 Ishiin midhaan, wayinii haaraa fi zayitii,Akkasumas meetii hedduu fi warqiiWarra isaan waaqeffannaa Baʼaaliif itti fayyadaman+ kan ishiidhaaf kenne ana taʼuu koo hin hubanne.+