LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 3:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Daandii kee hundumaa irratti tilmaama keessa isa galchi,+

      Innis daandii kee wal siif qixxeessa.+

  • Fakkeenya 10:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Eebbi Yihowaa sooressa nama godha,+

      Innis isaa wajjin rakkina* tokko illee hin dabalu.

  • Fakkeenya 16:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Wanta raawwattu hundumaa Yihowaatti kennadhu,*+

      Karoorri kees siif ni milkaaʼa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi