Faarfannaa 58:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Achiis namoonni, “Namni qajeelaan badhaasa akka argatu beekamaa dha.+ Dhuguma iyyuu, Waaqni lafa irratti murtii kennu jira” jedhu.+ Sefaaniyaa 2:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Isin garraamonni* lafa irraa hundi,Isin warri labsiiwwan* isaa warra qajeeloo eegdan, Yihowaa barbaaddadhaa.+ Qajeelummaa barbaaddadhaa, garraamummaas* barbaaddadhaa. Tarii guyyaa dheekkamsa Yihowaatti ni golgamtu taʼa.+ Maatewos 5:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Badhaasni isin samii irratti argattan+ guddaa waan taʼeef, gammadaa, ililchaas;+ isaan raajota isin dura turanis haaluma kanaan ariʼataniiru.+ Maatewos 6:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 “Egaa, hundumaa dura Mootummichaa fi qajeelummaa isaa barbaaduu keessan itti fufaa; wantoonni kun hundis isiniif ni dabalamu.+
11 Achiis namoonni, “Namni qajeelaan badhaasa akka argatu beekamaa dha.+ Dhuguma iyyuu, Waaqni lafa irratti murtii kennu jira” jedhu.+
3 Isin garraamonni* lafa irraa hundi,Isin warri labsiiwwan* isaa warra qajeeloo eegdan, Yihowaa barbaaddadhaa.+ Qajeelummaa barbaaddadhaa, garraamummaas* barbaaddadhaa. Tarii guyyaa dheekkamsa Yihowaatti ni golgamtu taʼa.+
12 Badhaasni isin samii irratti argattan+ guddaa waan taʼeef, gammadaa, ililchaas;+ isaan raajota isin dura turanis haaluma kanaan ariʼataniiru.+
33 “Egaa, hundumaa dura Mootummichaa fi qajeelummaa isaa barbaaduu keessan itti fufaa; wantoonni kun hundis isiniif ni dabalamu.+