Baʼuu 23:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Dubartoonni si gidduutti argaman ulfi isaan irraa hin baʼu yookiin dhabduu* hin taʼan;+ ani umurii dheeraa siifan kenna.* Faarfannaa 127:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Kunoo, ijoolleen* dhaala Yihowaa biraa argamani dha;+Firiin gadameessaas kennaa isaa ti.+
26 Dubartoonni si gidduutti argaman ulfi isaan irraa hin baʼu yookiin dhabduu* hin taʼan;+ ani umurii dheeraa siifan kenna.*