-
1 Saamuʼel 1:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Haannaan baayʼee waan gadditeef, Yihowaa kadhachuu+ fi hirqinfattee booʼuu jalqabde. 11 Akkana jettees ni wareegde:* “Yaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa, dhiphina ana tajaajiltuu teetii ilaaltee yoo na yaadatte, tajaajiltuu tee utuu hin irraanfatinis mucaa dhiiraa yoo ishiidhaaf kennite,+ yaa Yihowaa ani immoo bara jireenyaa isaa guutuu isa siif nan kenna; haadduunis mataa isaa hin tuqu.”+
-