Luqaas 1:24, 25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Guyyoota muraasa booda haati manaa isaa Elsaabex ni ulfoofte; jiʼa shaniifis manaa hin baane; akkana jette: 25 “Amma Yihowaan* kana naaf godheera. Inni arrabsoo namoota gidduutti ana irra gaʼu na irraa kaasuuf, xiyyeeffannaa anaaf kenneera.”+
24 Guyyoota muraasa booda haati manaa isaa Elsaabex ni ulfoofte; jiʼa shaniifis manaa hin baane; akkana jette: 25 “Amma Yihowaan* kana naaf godheera. Inni arrabsoo namoota gidduutti ana irra gaʼu na irraa kaasuuf, xiyyeeffannaa anaaf kenneera.”+