Uumama 46:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Ilmaan Zaabiloon,+ Sereed, Eloonii fi Yaahliʼel turan.+ Uumama 49:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 “Zaabiloon+ qarqara galaanaa, bakka dooniiwwan qofoodhaan itti dhaabbatan bira jiraata;+ daangaan isaa inni fagoonis gara kallattii Siidoon ni taʼa.+ Keessa Deebii 33:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Waaʼee Zaabiloon akkana jedhe:+ “Yaa Zaabiloon, gad baʼuu keetti gammadi,Atis yaa Yisaakor, dunkaanota kee keessatti gammadi.+
13 “Zaabiloon+ qarqara galaanaa, bakka dooniiwwan qofoodhaan itti dhaabbatan bira jiraata;+ daangaan isaa inni fagoonis gara kallattii Siidoon ni taʼa.+
18 Waaʼee Zaabiloon akkana jedhe:+ “Yaa Zaabiloon, gad baʼuu keetti gammadi,Atis yaa Yisaakor, dunkaanota kee keessatti gammadi.+