Uumama 30:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Achiis Liyaan, “Waaqayyo kennaa naaf kenneera; eeyyee, kennaa gaarii naaf kenneera. Ani ilmaan jaʼa waanan isaaf daʼeef,+ dhuma irratti abbaan manaa koo naaf obsa”+ jette. Kanaafuu, maqaa isaa Zaabiloon*+ jettee moggaaste.
20 Achiis Liyaan, “Waaqayyo kennaa naaf kenneera; eeyyee, kennaa gaarii naaf kenneera. Ani ilmaan jaʼa waanan isaaf daʼeef,+ dhuma irratti abbaan manaa koo naaf obsa”+ jette. Kanaafuu, maqaa isaa Zaabiloon*+ jettee moggaaste.