Uumama 34:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Ilmaan Yaaqoob garuu waaʼee kanaa dhagaʼanii yeruma sana iddoo tikaatii deebiʼanii dhufan. Inni intala Yaaqoobii wajjin ciisee+ wanta raawwatamuu hin qabne raawwachuudhaan+ Israaʼeliin waan salphiseef isaan aaranii, akka malees dheekkamanii turan.
7 Ilmaan Yaaqoob garuu waaʼee kanaa dhagaʼanii yeruma sana iddoo tikaatii deebiʼanii dhufan. Inni intala Yaaqoobii wajjin ciisee+ wanta raawwatamuu hin qabne raawwachuudhaan+ Israaʼeliin waan salphiseef isaan aaranii, akka malees dheekkamanii turan.