- 
	                        
            
            Uumama 37:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
5 Boodas Yoseef abjuu tokko argee obboloota isaatti hime;+ isaanis sababii kan biraa ittiin isa jibban argatan.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Uumama 37:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
8 Obboloonni isaas, “Ati dhuguma nu irratti mootii of gochuu fi nu irratti aangoo qabaachuuf jettaa?”+ isaan jedhan. Abjuu isaa fi wanta inni dubbateen kan kaʼe, isaan sababii ittiin isa jibban kan biraa argatan.
 
 -