Uumama 45:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Kanaafuu, Faraʼooniif gorsaa ol aanaa,* guutummaa mana isaa irratti gooftaa, akkasumas guutummaa biyya Gibxii irratti bulchaa godhee na muuduuf+ Waaqa dhugaatu asitti na erge malee isin miti. Uumama 49:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Eebbi abbaa keetii eebba gaarota bara baraa irra, wantoota gaggaarii tulloota dhaabbataa irras ni caala.+ Eebbawwan kun mataa Yoseef irra, gonfoo mataa isa obboloota isaa irraa addaan baafame sanaa irra ni taʼu.+
8 Kanaafuu, Faraʼooniif gorsaa ol aanaa,* guutummaa mana isaa irratti gooftaa, akkasumas guutummaa biyya Gibxii irratti bulchaa godhee na muuduuf+ Waaqa dhugaatu asitti na erge malee isin miti.
26 Eebbi abbaa keetii eebba gaarota bara baraa irra, wantoota gaggaarii tulloota dhaabbataa irras ni caala.+ Eebbawwan kun mataa Yoseef irra, gonfoo mataa isa obboloota isaa irraa addaan baafame sanaa irra ni taʼu.+