Iyyaasuu 17:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Sanyiiwwan Yoseefis Iyyaasuudhaan, “Ati gaʼee tokko qofa carraadhaan+ akka dhaalaatti kan nuuf* kennite maaliifi? Yihowaan hamma ammaatti waan nu eebbiseef, nuti saba hedduu taaneerra”+ jedhan.
14 Sanyiiwwan Yoseefis Iyyaasuudhaan, “Ati gaʼee tokko qofa carraadhaan+ akka dhaalaatti kan nuuf* kennite maaliifi? Yihowaan hamma ammaatti waan nu eebbiseef, nuti saba hedduu taaneerra”+ jedhan.