LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 48:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Abbaan isaa garuu didee, “Beekeera yaa ilma koo, beekeera. Innis saba ni taʼa; innis guddaa ni taʼa. Haa taʼu malee, obboleessi isaa inni quxisuun isa caalaa guddaa ni taʼa;+ sanyiin isaas sabootaa wajjin guutummaatti qixxee ni taʼa”+ isaan jedhe.

  • Lakkoofsa 26:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Maatiiwwan Minaasee kanneen kana turan; isaan keessaa kan galmeeffaman 52,700 turan.+

  • Lakkoofsa 26:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Maatiiwwan ilmaan Efreem kanneen kana turan: isaan keessaa kan galmeeffaman 32,500 turan.+ Ilmaan Yoseef akka maatii maatii isaaniitti kanneen kana turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi