Uumama 35:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Achiis Yisihaaq hafuura isaa isa dhumaa baafate; bara dheeraa fi jireenya gammachuu qabu jiraatee duʼe; gara saba isaattis walitti qabame;* ilmaan isaa Esaawuu fi Yaaqoobis isa awwaalan.+
29 Achiis Yisihaaq hafuura isaa isa dhumaa baafate; bara dheeraa fi jireenya gammachuu qabu jiraatee duʼe; gara saba isaattis walitti qabame;* ilmaan isaa Esaawuu fi Yaaqoobis isa awwaalan.+