-
Uumama 49:30, 31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 holqa biyya Kanaʼaan keessatti maasii Maakfelaa keessa jiruu fi Maamree fuulduratti argamu, jechuunis maasii iddoo awwaalchaa akka taʼuuf Abrahaam Efroon Heeticha irraa bite keessa jiru keessatti na awwaalaa. 31 Achitti isaan Abrahaamii fi haadha manaa isaa Saaraa awwaalaniiru.+ Yisihaaqii fi haadha manaa isaa Ribqaas achitti awwaalaniiru;+ anis achitti Liyaa awwaaleera.
-