-
Uumama 23:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Sana booda Abrahaam holqa maasii Maakfelaa ishii Maamree bira jirtu keessatti, jechuunis Kebroon ishii biyya Kanaʼaan keessatti argamtutti haadha manaa isaa Saaraa ni awwaale.
-
-
Uumama 25:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Ilmaan isaa Yisihaaqii fi Ishmaaʼelis holqa Maakfelaa keessatti isa awwaalan; holqi kun maasii Efroon ilma Zohaar Heetichaa keessatti kan argamu yeroo taʼu, Maamreetti dhihoo jira ture;+ 10 maasiin kun isa Abrahaam ilmaan Heet irraa bite dha. Abrahaamis bakka haati manaa isaa Saaraan itti awwaalamte kanatti ni awwaalame.+
-