Uumama 35:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Yeroo booda Yaaqoob gara iddoo abbaan isaa Yisihaaq jiruutti, gara Maamree+ isa Qiriyaat Arbaa, jechuunis Kebroon keessatti argamuu ni dhufe; Abrahaamii fi Yisihaaq namoota biyya ormaa taʼanii iddoo kana jiraachaa turan.+ Lakkoofsa 13:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yommuu gara Negeebitti ol baʼanis, gara Kebroon+ ishii Ahimaan, Sheshaayii fi Taalmaay+ warri Anaaqim+ taʼan keessa jiraachaa turanii ni dhufan. Kebroon kan ijaaramte, Zoʼaan ishiin Gibxii ijaaramuu ishii waggaa torba dura ture.
27 Yeroo booda Yaaqoob gara iddoo abbaan isaa Yisihaaq jiruutti, gara Maamree+ isa Qiriyaat Arbaa, jechuunis Kebroon keessatti argamuu ni dhufe; Abrahaamii fi Yisihaaq namoota biyya ormaa taʼanii iddoo kana jiraachaa turan.+
22 Yommuu gara Negeebitti ol baʼanis, gara Kebroon+ ishii Ahimaan, Sheshaayii fi Taalmaay+ warri Anaaqim+ taʼan keessa jiraachaa turanii ni dhufan. Kebroon kan ijaaramte, Zoʼaan ishiin Gibxii ijaaramuu ishii waggaa torba dura ture.